Get Mystery Box with random crypto!

Ethio University 🎓

የቴሌግራም ቻናል አርማ ethio_university1 — Ethio University 🎓 E
የቴሌግራም ቻናል አርማ ethio_university1 — Ethio University 🎓
የሰርጥ አድራሻ: @ethio_university1
ምድቦች: ያልተመደበ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 1.50K
የሰርጥ መግለጫ

Welcome to our channel!

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2022-10-22 14:26:26 Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa

Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu;

✓ Qophii Sammuu ykn yaadaa taasisnu
✓ Qophii Qulqullina Qaama keenyaa eeggachuun taasisna
✓ Qophii Sirna Uffannaa Afuurawaa Eeguuf taasisnu fi k.k.f

Link kana tuquun dubbisaa!




https://bit.ly/3vJYp5Z
https://bit.ly/3vJYp5Z
769 views11:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-22 10:21:42 Meeshaalee Qulqullaa'oo (ንዋየ ቅዱሳት)

Kutaa 1ffaa

• Maalummaa Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Akkaataa Qophii Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Iccitii Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Akkaataa itti fayyadama Meeshaalee Qulqullaa'oo fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!




https://bit.ly/39lF3gT
https://bit.ly/39lF3gT
622 views07:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-22 07:23:31 Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa

• Hiika Sirna Qiddaasee
• Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
• Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
• Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
• Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee

Link kana tuquun dubbisaa!




https://bit.ly/3CaeDaX
https://bit.ly/3CaeDaX
526 views04:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-21 20:11:47 ​​Baga Ayyaana Guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yaareediin nagaan geessan!

Qulqulluun Yaareed Eenyudha?
Bu'aan Qulqulluun Yaareed Mana Kiristaanaa Itoophiyaatiif buuse maali?
Qulqulluun Yaareed Abuna Aragaawwii waliin walitti dhufeenya akkamii qabu ture?
Fannoon harkaa Qulqulluun Yaareed ittiin eebbisaa turan hatamee ture amma eessa jira?

Suurri kanaa gadi jiru suura fannoo harkaa Qulqulluu Yaareed hatamee ture agarsiisudha.

Kanneenii fi kanneen biroo blog keenya irra galuun dubbisaa! Link kanatti aanee jiru tuqaa!




https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/qulqulluun-yaareed-eenyudha.html
487 views17:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-20 19:18:40 Mallattoo Fannoo guddaa kana tuquudhaan waan isiniif bahu ilaalaa!

Channel kana keessatti Barumsa Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin mi argattu join taasisaa!



✞✞✞✞✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞ ✞ ✞
✞✞✞✞✞
479 views16:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-18 19:05:39 Baga Tsoomii Tsiggeetiin nagaan isin gahe!

Tsoomni Tsiggee yoomiifi eenyuun jalqabe?
Akka Mana Kiristaaanaa keenyatti Tsoomiiwwan torbaniin ala Tsoomiiwwan fedhiidhaan Tsoomnu meeqatu jiru? maal maalidha? Seenaan isaanii hoo?
Haati keenya Qulqulleettii Dubroon Maariyaam fi ilmi ishee Iyyesuus Kiristoos maalif gara Gibtsiitti godaanan?
Hiikoon Raajiiwwan waa'ee godaansa haadha keenyaa fi ilma ishee dubbatamanii maalidha?
Abbaa Tsiggee Dingili eenyudha? Kitaabni isaa Maahileeta Tsiggeen hoo?
Maahileeta Tsiggeen yeroo kam kam fayyada tajaajila Mana Kiristaaanaa keessatti?

Kanneenii fi kanneen biroo «READ» kan jedhu tuquun kutaa 1 kaasee dubbisaa!


███▓▒►READ ►▒▓███
███▓▒►READ ►▒▓███
███▓▒►READ ►▒▓███
███▓▒►READ ►▒▓███
███▓▒►READ ►▒▓███
489 views16:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-14 06:42:47 Bineensota Arfan (ዐርባዕቱ እንስሳ) ykn Kiruubeel

Mul'ata Yohaannis irratti bineensota Arfan (ዐርባቱ እንስሳ) kan jedhaman eenyu fa'i? maalif afur ta'an? maaliin fakkeeffamu? hojiin isaanii hoo?
† Manneen Kiristaanaa maqaa isaatiin moggaafaman ni jiruu? Eessatti argamu?
† Koochoon isaanii, Iji isaanii meeqa? Maalif baay'ee ta'e?


Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/3Buzm93
https://bit.ly/3Buzm93

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3wX3Mz7
https://bit.ly/3wX3Mz7
508 views03:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-13 21:53:28 Manneen Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Kutaalee Addunyaa garaa garaatti akkamitti? yoom? fi eenyuun? hundeeffaman?

Biyyi keenya Itoophiyaan Biyya Qulqulleettii Iyyerusaaleemitti Mana Kiristaanaa fi Gadaamii kan hundeessite yoomi? qormaanni ishee mudatan hoo? ammahoo haala akkamii irra jira?

Seenaa kana dubbisee namni hin boonye jira jedhee hin yaadu!

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!




https://bit.ly/3nlxsmp
https://bit.ly/3nlxsmp
467 views18:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-12 19:15:09 Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 4ffaa

#Share

Meeshaalee Qulqullaa'oo armaan gadii kanneen hangam beektu? tajaajila isaan kennan, wanta irraa hojjetaman, Iccitii fi fakkeenyummaa isaanii hoo?

→ Sahaanii fi Sibiila (ሰንና ብርት)
→ Ixaana, Qandilii fi Meeroonii
→ Tsinihaa ykn Maa'ixentii (ጽንሐሐ /ማዕጠንት)
→ Mudaay (ሙዳይ)
→ Tsuwaafii fi Shaamaa ykn Dungoo
→ Maqrazii ykn Baattuu Ibsaa (መቅረዝ)
→ Maqqosatariyaa (መኮሰተርያ)
→ Atroons (Teessoo Kitaabolee)
→ Mudaay Mitsiwaat (ሙዳይ ምጽዋት)
→ Qaacilii ykn Bilbila xiqqoo (ቃጭል) fi Dawulii (ደውል)
→ Maqoomaa (መቋሚያ)

Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Meeshaalee Qulqullaa'oo kanneenii dubbisaa!




https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html
493 views16:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-10-08 06:51:56 Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa

• Hiika Sirna Qiddaasee
• Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
• Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
• Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
• Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee

Link kana tuquun dubbisaa!




https://bit.ly/3CaeDaX
https://bit.ly/3CaeDaX
517 views03:51
ክፈት / አስተያየት ይስጡ