Get Mystery Box with random crypto!

Guyyaa 30/10/2014 BARATTOOTA FI MAATII BARATTOOTA HUNDAAF | Arabsa Primary School ለተማሪዎችና ለወላጆች

Guyyaa 30/10/2014

BARATTOOTA FI MAATII BARATTOOTA HUNDAAF

Kaardiin(certificate) bara 2014 ALI kan kennamu Dilbata dhufu Adoolleessa 3/2014 ALI yoo ta’u,dabalataanis gaafuma sana gabaasni hojii ji’a ja’aas waan ibsamuuf maatiin barattootaa ganama sa’aatii 2:30 irratti akka argamtan kabajaan isin beeksifna.
Qabxiileen mariis:-
1ffaa Hojiilee ji’a jahan darban hojjetaman ibsuun mariin ni taasifama.
2ffaa Barattoota qabxii olaanoo fidaniif beekamtiin ni kennama.
3ffaa Kaffaltiin misooma mana barumsaa kan bara 2015 ni murteeffama.
4ffaa Kaardiin bu’aa barattootaa ibsu ni kennamaaf.

Hubachiisa:-Mariin maatii barattootaa waliinii sa’aatii 4:30 irratti waan xumuramuuf sa’aatii walgahichaa kabajuun barbaachisaadha