Get Mystery Box with random crypto!

Guyyaa har'aa gaafa 07/07/2015 qophii Waajjira Barnoota Magaal | kidaneMheret Catholic School (Adama)

Guyyaa har'aa gaafa 07/07/2015 qophii Waajjira Barnoota Magaalaa Adaamaa jalatti daayreektaroonni manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa manneen barnootaa dhuunfaa fi mootummaa aanaa Adaamaa fi Adaamaa irraa mana barumsaa keenyatti argamuun hojii baruu fi barsiisuu mana barumsaa keenyaa daawwachuudhaan muuxannoo keenya nuuf qoodne.