Get Mystery Box with random crypto!

#Booranaaf Anis Jira. Oromoo gaafa rakkoo Oromoo gaafa gadda | Wabii Sanyii

#Booranaaf Anis Jira.

Oromoo gaafa rakkoo
Oromoo gaafa gaddaa
Cabakoo situ dhidhibaa
Gaafa dhabuuf rakkoo

Naaf dirmadhu Tuulamaa
Naaf dirmadhu Sikkoo
Naaf dirmadhu Gujii
Naaf biramdhu Harargee
Naaf biramdhu Walloo
Naaf birmadhu Baalee
Naaf birmadhu Karrayyuu
Naaf birmadhu Iluu
Naaf birmadhu Jimmaa

Waa'een Booranaa amma humnaa ol ta'ee jira. Booranni seenaa qofa ta'uutti jira. Garuu maaliif? @segnigudeta @wabisegni