Get Mystery Box with random crypto!

Namni kuni Oromoo wallooti Maqaasaa Ammee Aliyee Abdallaa jedh | Tsegaye R Ararssa

Namni kuni Oromoo wallooti Maqaasaa Ammee Aliyee Abdallaa jedhama iddoon dhaloota isaa godina addaa saba Oromoo aanaa jiillee dhummuugaa ganda baxxee iddoo Akakkee jedhamtutti dhalatee guddatee achuma jiraachaa osoo jiruu Wiixata dheengadda yeroo Shiftoonni amaara Oromoo wallorratti lola bante dirmatuun lolarratti wareegamee wanbadeen reeffa isaa fuutee itti taphachaa jirti hanga ammatti jarumatu harkaa qaba.

Oromoon walloo yeroo nafxanyaa ajjeese erga ajjeesee reeffa itti hin taphatu jirtuu gaafa harkaan qabees Eegumsaa godhaafii ture Erga booji'ee itti hin roorrisu. garuu gadheen amaaraa nama jiraa sodaattu gaafa du'ellee akka waan lubbuu qabuu itti fakkaatee akkanatti irratti dhiichisaa jirti.