Get Mystery Box with random crypto!

Qormaanni Kutaa 8ffaa Guyyaa borii Waxabajjii 27 kannamuu eeg | ᔑᏆᖇᗩᒍ ቴክ™

Qormaanni Kutaa 8ffaa Guyyaa borii Waxabajjii 27 kannamuu eegala.
Qormaata kutaa 8ffaa bara kanaa fudhachuuf barattoonni kumni
dhibbi 4 fi kumni 50 fi 235 galmaa'uu ibsameera
.

Manneen barnootaa kumni 9 fi 374 barattoota kanneen qoruuf
qophii xumuruu beeksisan.

Miidiyaan Barattoota Guyyaa borii qormaata kana eegalanuuf Caarraa guddaa hawwaafii, barattoonni kunis Osoo Hin burjaaja'in qormaata isaanii qalbiin hojjachuu akka qaban
dhaamsa dabarseeraaf
.