የጸጥታ አካላት ከሚያደርሱበት ዱላ የፈረጠጠው የሸኔ ቡድን በምዕራብ ወለጋ በዜጎች ላይ አደጋ እያደረሰ በመሸሽ ላይ ነው። በኦሮሚያ ክልል፣ ቄለም ወለጋ ዞን ውስጥ የሚገኙ ዜጎች ጭፍጨፋ ተፈጽሞባቸዋል። በዜጎቻችን ላይ በደረሰው መከራ እያዘንን ይሄንን አሸባሪ ቡድን እስከመጨረሻው ተከታትለን ከህዝባችን ጋር እናስወግደዋለን። Gareen Shanee dullaa qaamolee nageenyaa jalaa baqate Wallagga Dhiyaatti lammiilee irratti miidhaa geessisaa baqachaa jira. Lammiilee Naannoo Oromiyaa, Qeellem Wallaggaa keessatti argaman irratti dhumaatiin raawwatameera. Gidiraa lammiilee keenyarra gaheen gaddaa, garee shororkeessaa kana uummata keenya waliin hamma dhumaatti hordofnee ni dhabamsiifna. 866 views20:29