ቀን፡ 11/02/2015 | Oda Bultum University
ቀን፡ 11/02/2015
ማስታወቂያ
ለኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች በሙሉ
በ2014 የመጀመሪያ ሰሚስቴር ጨርሳችሁ ለዕረፍት የሄዳችሁ የአንደኛ ዓመት እንደሁም የሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የሆናችሁ ነባር ቅድመ መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ፡-
የ2015 ትምህርት ዘመን የምዝገባ ቀን ህዳር 5 እና 6 ሲሆን ትምህርት የሚጀምረው ህዳር 7 ፣ 2015 ዓ.ም መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
ማሳሰቢያ፡-
- የመጀመሪያ ዓመት ተማሪዎች በነባሩ ግቢ እና የሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ አዲሱ ግቢ ሪፖርት እንድታደርጉ፤
- ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን የማናስተናግድ መሆኑን እናሳስባለን፡፡
ለበለጠ መረጃ www.obu.edu.et ወይም https://t.me/OBURegistrar ይጎብኙ
የኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ጽ/ቤት
=========================================================
Beeksisa
Barattoota Waggaa 1ffaa samisteera 1ffaa xumurtanii boqqonnaadhaaf gara maatii keessanitti deebitan akkasumas barattoota Waggaa 2ffaa fi isaa olii hundaaf:
Guyyaan galmee bara barnoota 2015 Sadaasa 5 fi 6 yoo ta’u guyyaan baruumsi daree eegalu Sadaasa 7/2015 ta’uu isin beeksifna.
Hub.
- Barattoonni Waggaa 1ffaa mooraa duraanii (Old Campus) kan Waggaa 2ffaa fi olii mooraa haaraa (New Campus) ti qaamaan argamatanii akka galmooftan;
-Barataa guyyaa jedhamee dursee ykn dabarsee dhufu kamiyyuu kan hin keessummessine ta’uu isin hubachifna.
Ragaa dabalataatiif: www.obu.edu.et ykn https://t.me/OBURegistrar fayadamaa.
Waajjira Reejiistraara Yuuniivarsiitii Odaa Bultum