Get Mystery Box with random crypto!

Dear all Freshman student As you know tomorrow ( 15/07/2022) o | Oda Bultum University

Dear all Freshman student As you know tomorrow ( 15/07/2022) our university will graduate their students of 2014

Unfortunately, leaving from inside and entering to the campus is impossible. In addition to this may be library close, So read on your own dorm
For this reason please Dear students stay inside the campus until the celebration ceremony ends.

Kajamtoota barattoota waggaa tokkoffa. Akkuma isin beektan guyyaa Boruu 09/11/2014 Yuunivarsiitin keenya barattoota bara kanaa ni eebbisa.
Kana sababeeffachuun guyyaa borii mooradhaan ala ba'uufi galuun dhorkaa akka ta'e hubattanii Moora keessa akka turtan kabajaa woliin isinbeeksiisuun fedha
Dabalataan tarii har'aa eegalee hanga boruutti laayibereriin cufamuu waan danda'uuf doormitti dubbisaa.