Get Mystery Box with random crypto!

NEW ORO ARSENAL

የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL N
የቴሌግራም ቻናል አርማ new_oro_arsenal1 — NEW ORO ARSENAL
የሰርጥ አድራሻ: @new_oro_arsenal1
ምድቦች: መዝናኛዎች
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 4.20K
የሰርጥ መግለጫ

Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan
✅Jijjiirraa taphatoota Arsenal
✅Seenaa taphatoota
✅Tapha kallatidhaan fi
✅Kanneen biroos
✅ creator @samiirko vs @LM_10_GOAT
✅️ Group keenyatti dabalamuuf @new_oro_arsenal123

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2022-09-01 20:36:07
Daagulas Luwiis Arsenaalitti makamuuf jecha gaaffii Liivarpuul irraa dhiyaateef kuffiseera!

Share @NEW_ORO_ARSENAL1
140 viewsSami Hirko, 17:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 19:53:03
|| #FreeDouglasLuiz jechuun deeggartoonni Arsenaal fuula Twitter irratti gadhiisaa jiru!

SHARE | @NEW_ORO_ARSENAL1
222 viewsSami Hirko, 16:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 19:45:36
Garee Piriimiyerliigii Ingiliiz baatii Hagayyaa #WhoScored

Arsenaal irraa Odegaard fi Maartineelii dabalatee!

@new_oro_arsenal1
241 viewsSami Hirko, 16:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 19:43:52
Maallaqa haaraa Arsenaal Daaglaas Luwiis fudhachuuf dhiheesse Aston Viilaan kuffisee jira.

SHARE @NEW_ORO_ARSENAL1
214 viewsSami Hirko, 16:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 18:41:26
Arsenaal yeroo muraasa gidduutti Astonviilaaf maallaqa dabalataa 25M gochuun gaaffii haaraa dhiyeessa!
299 viewsSami Hirko, 15:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 17:35:31
Gabri'eel Jeesusiifi Daagulas Luwiis taphni edaa erga xumuramee booda
370 viewsSami Hirko, 14:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 17:05:41
Tapha keenya 5 itti aanu
380 viewsSami Hirko, 14:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 17:02:37
Heektaar Beeleriin gara Baarseloonaa!

HERE WE GO

Fabrizio Romano

SHARE" @NEW_ORO_ARSENAL1
357 viewsSami Hirko, 14:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 14:42:20
Arsenaal daaglas Luiz mallateesifachuuf dhimma dhunfaaratti waliigalterra ga'eera.

SHARE GODHAA | @NEW_ORO_ARSENAL1
416 viewsFor Ever With God, edited  11:42
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-09-01 13:41:35
Astonviilaan Taphaticha gurguruuf fedhii hin qaban garuu taphatichi kilabicha gadhiisuu akka barbaadu himeera!
443 viewsSami Hirko, 10:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ