Get Mystery Box with random crypto!

Kaayyoo qabdaa? Nama kaayyoo qabu jechuun milkaa'uf maaltu ak | Morning Star Research, Training and Consultancy

Kaayyoo qabdaa?

Nama kaayyoo qabu jechuun milkaa'uf maaltu akka isa barbaachisu kan beeku, wanta isa barbaachisu san haala kamiin akka of harkaan gahu kan beeku fi hanga of harkaan gahutti kan obsa qabuudha.

Iddoo har'a geesse kana har'uma kaatetitii miti bar kan as geesse. Nii yaadattaa Yeroo daa'umaa keetii san kufaatii meeqa keessa dabarteeti kan har'a oljettee miila lamaa deemaa jirtu. Ammas kaayyoo kee bira gahuuf yeroof dandeettin kee si barbaachisa. Michuu koo nama kaayyoo qabuuf ibiddi bishaani, halkantu guyyaadha.Yoo kaayyoo hin qabaatin guyyanuu halkani.

halkan bareedduu isiniiif hawwina