Mammaaksaa fi Jechamoota Jechama Qabeenya Agarsiisan Itti | Mammaaksa Oromoo

Picture 1 from Mammaaksa Oromoo 2025-10-09 02:44:14
Mammaaksaa fi Jechamoota

Jechama Qabeenya Agarsiisan

Itti robe –  qabeenya baay’ee argate ykn carraan gaariin itti dhufe.

Fakkeenyaf: Tolaa duniyaan itti robe.

Karraan cufee bula – beelladoota baay’ee qaba.

Fakkeenyaf: Abbaan Caalaa loon baay’ee qaba.

Kiila lixe – nama soorata, kunuunsa, fi tola baay’ee argate ykn of tuule.

Fakkeenyaf: Dinquun barana waan hundaan kiila lixe.
Mammaaksa Oromoo

Mammaaksa Oromoo

@mammaaka_oromoo
5.74K ተመዝጋቢዎች
ስነ ጥበብ ምድብ
Mammaaksi dubbii gabaabsa, dubbii dheeressa, ni gorsa, ni barsiisa! Join Us!. Buy ads: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo. ContactMe: @Getu_Abera...