Get Mystery Box with random crypto!

Hawwiin Waraana Bilisummaa Oromoo Koonyaa Kibba Baha Oromiyaa | Kello Media

Hawwiin Waraana Bilisummaa Oromoo Koonyaa Kibba Baha Oromiyaa keessaa buqqisuuf taasifamu tasumaa hin milkaa'u.Uummatni Oromoo Sikkoof Mandoo,akkuma Oromoo bakka kaanii Jaalalaf Kabaja Waraanasatiif qaba.Waraanasa waliinis aarsa baasa as gahe.
Olollifi wacii Girrisoota Gurbaa Diimaan ijaarun nurratti duulchisuu Uummata Oromoo Arsiif Baalee bakka bu'u hin danda'u.
Eenyu akka nu diiguf karaa dhabee olola kanan carraa argatee waan qabu of keessaa bulgaafate baga argine.
OROMIYAAN BIYYA!