Get Mystery Box with random crypto!

Sammuun keenya lama keessaa tokko. Yookii Sammuu Jijjiramaaf G | Hawi Anole

Sammuun keenya lama keessaa tokko. Yookii Sammuu Jijjiramaaf Guddinaaf Qophaawaa tahe. Kanaan Growth Mindset Jennaan. Inni lammataa immoo Fixed mindset jennaan. Kunimmoo sammuu jijjiirama jibbuudha.

Namni sammuu jijjiiramaaf qophaawaa qabu, carraa of jijjiirudhaaf qabu sirriitti itti fayyadama. Ofirraahis namarraahis barachuuf qophaawadha. Inni kuun immoo hamma dandahameen waanuma ofii itti amane qofa akka namni biraa mirkaneessuf barbaada. Jijjiiramaaf hin hojjatu. Wanti hundis dhalootaan wal qabata jedhee yaada.

Ati walii kami?!

Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole