Get Mystery Box with random crypto!

Agartee ? Gaafa ati wal irratti xiyyeefattee garaa walitti jab | Gumaa Saaqqataa

Agartee ? Gaafa ati wal irratti xiyyeefattee garaa walitti jabaattu kan duraan fagootti si eeggatu balbala kee cabsee sitti aggaammata. Keessoo kee yeroo argan guyyaa lamallee qisaasuuf hin obsine isaan. Cubbuun walii keenyarratti aadeffanne bu’aan isaa eenyuun akka hamilchu oolmaan Boolee harraa ragaa dha.
Yaya Beshir