Get Mystery Box with random crypto!

Galmee Ispoortii

የቴሌግራም ቻናል አርማ galmee_ispoortti — Galmee Ispoortii G
የቴሌግራም ቻናል አርማ galmee_ispoortti — Galmee Ispoortii
የሰርጥ አድራሻ: @galmee_ispoortti
ምድቦች: ስፖርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 527
የሰርጥ መግለጫ

Oduuwwan Ispoortii biyya keessaa fi Alaa
channell kanarraa argachuu dandeessu Afaan oromoo guddisuu fi waa'ee ispoortii waan jiru waliif dabarsuun kaayyoo keenya isa guddaadha!!
Afaan oromoo hundaa olii ittiin haa dubbannu, haa dubbisnu haa barreessinu!

Ratings & Reviews

3.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2023-04-18 04:38:22

60 viewsAlex's Abda, 01:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 23:07:45 Riyaal Maadriid fi Cheelsii

Tapha kana kallattiin bilbila keessan irratti hordofuuf LIVE armaan gadii cuqaasaa
185 viewsAlex's Abda, 20:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 23:05:23 Real Madrid vs Chelsea

Click LIVE below to follow the game directly on your phone
170 viewsAlex's Abda, 20:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 22:58:27
160 viewsAlex's Abda, 19:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 22:58:19 .
#BREAKING Gaavii jijjiiraa bilisaatiin kilabii kaaba landan Cheelsiitti makamuuf akka dhuunfaatti tole jedhe(AS torbee dura)
(Fabrizio Romano) n dubbiin Gaavii dhugaa fakkaataa jirti. Anumattuu waan haaraya mariin taasifamee jira. Faana bu'ee bal'ina fidee dhufa jedhe. Oh Cheelsii!
Baarseloonaan Gaavii Laaligaa Ispaaniish irratti utuu hin galmeessine akkaadaamii Laameesiiyaa irraa fuudhanii kallattiin hirmaachisuun balleessaa guddaa fi adabbiif kan saaxilu tahee argame.
Pireezedaantiin Laaligaa Ispaaniish Jaaviyeer Teebaas torbee tokko dura "Baay'een gadda dogongorri akkasii uumamuu isaatti, Gaaviidhaa jennee seera Laaligaa hin jijjiirru" yoo jedhan dhagahee ture. Garuu amanuun dadhabe.
Luuyis Enerikeen torbee darbe landaniin dhufuun waa'ee Gaavii aanga'oota Cheelsii erga hubachiisanii kilabichi battalumatti gara Ispeen imaluun bakka bu'oota taphatichaa waliin mari'atanii walii galan.
Abbaan Gaavii obbo Ivaan Deelaapeenaan torbee kana abbaa qabeenyaa Cheelsii Ab Tood Buuhlii waliin marii gaggeeffamuuf beellama qabu. Waa'ee egeree urjii isaanii irratti mari'atu jedha(AS)
Odeessaa iccitii kan jedhe Gaazexaan guddichi warra Ispaaniyaa kun badhaafamaa badhaasa Goolden Booy fi kooppaa Gaavii kan fudhatu Cheelsiidha, Baarseloonaa harkatu cite jedheera.
153 viewsAlex's Abda, 19:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 01:36:56
Taphattoonni seenaa kubbaa miilaa keessatti kilabii Piriimiyerliigii Ingiliiz taphachaa osoo jiranii dorgommii hunda irratti bara dorgommii 1 keessatti goolii hedduu galchaniiru:-

45 - Erling Hoolaandii ɴᴇᴡ ʀᴇᴄᴏʀᴅ
44 - Ruud Vaanistruy
44 - Mohaammad Saalaa
140 viewsAlex's Abda, 22:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 01:31:05
FT:MCI 3:0) BAY

Kun garee Gaardiyoolaan dursu,Maal kana qofa garee Magaalaa Maanchester ta’un adda taasisa!!!ze Siitizins Afuura kutee qajeelche…

Roodriin sarara gidduu irraa dhufee Galchii bane,Barnaandoo Siilvaan qarqara mirgaa irraa dhufee lammeessee.Makaan namaa fii Maashinii Haalaand iddoo isaatti kubbaa argate dhidhimsuun garaagarummaa bal’isee Baayern afuura dheera baafachiise.

Haalaand barana qofa Shaampiyoons liigin galchiiwwan 11 jabaa yoo jedhu.,dorgommii maraan barana Maansiitif Galchii 45’ saaphanatti diree gita dhabe.

Maan Yuunaayitid dur maqaan Maanchester nuun waamamaa ture ammas jira jechaa jiru.
130 viewsAlex's Abda, 22:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 01:23:55
Tophoonnii Piremarligii Beetiingii Itoophiyaa sagantaan torbee 18ffaan inni xumuraan har'a Istaadeemii Yuunivarsiitii Sayiinsiifi tekinolojii Adaamaatti ni xaphatamu.

Haaluma kanaan Hadiyyaa Hosaanaafi Dirree Dawaan guyyaa saatii 9tti ni xaphatu.

Hadiyyaa Hosaanaan liigichaan qabxii 24 sadarkaa 7ffaa akkasuma Magaalaan Dirre Dawaa immoo qabxii 21 sadarkaa 11ffaarra jiru.

Hadiyyaa Hosaanaan piremirliigichaan taphoota shan walitti aansuun taphatee keessaa tokko qofaa kan hinjifatee yoo ta'u taphoota sad mo'amee tokko immoo walqixa baheera.

Magaalaan Dirre Dawaa immoo taphoota shan taphate keessaa tokko kan mo'e yoo ta'u afur mo'ameera.

Kilaboonni lamaan tapha kanaan dura waliin taphatanii Hadiyyaa Hosaanaan goolii 3fi 1 injifachuun isaa ni beekama.

Gama biraan Laga Xaafoo Laga Daadhiin Itoophiyaa Madin waliin har'a galgala saatii 12 irratti waliin ni taphatu.

Laga Xaafoo Laga Daadhiin qabxii 9'n sadarkaa 16ffaarra kan jiru yoo ta'uu Itoophiyaa madiin immoo qabxii 33'n sadarkaa 3ffaarra jira.
100 viewsAlex's Abda, 22:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 01:13:52
Manchester siitiin Dirree isaatti Bayern munik barbadeesse

Tapha kuffisanii darbuu marsaa duraa champions liigiin dirree isaatti Bayerm munik kan keessummeesse Manchester siitiin garaagarummaa goolii bal'aa 3-0 ta'een injifachuu danda'eera.

Gooliwwan Manchester siitii Erling haland , Rodrigo fi Bernando silvatu galchuu danda'e

Erling haland waltajjii champions liigiin goolii 34ffaa isaa yoo galchu bara dorgommii kanaan immoo tapha 7'n goolii 11ffaa galchuu isaati

Sayintistii kubbaa miilaa Pep Gardiyola
90 viewsAlex's Abda, 22:13
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-12 01:06:33
Taphoota injifatanii darbuu shaampiyoons Liigii Awurooppaattin
Maanchistar Siitiin tapha Baayermuunik waliin taasise 3 fi 0n injifate.

Erling Haaland, Bernardo Silva fi Rodri goolii injifannoo Maanchistar Siitii galchaniiru.

Gareen lamaan tapha deebi'uu isaanii torbee dhufu dirree Baayermuunik Aliyaanz Areenaatti ni taphatu.

Taphoota injifatanii darbuu shaampiyoons Liigii Awurooppaa kan biraatiin ammoo Inter Miilaan Benefica waliin taphachuun 2 fi 0n injifate.

Intar Miilaanif galchiiwwan injifannoo Romelu Lukaakuu fi Baarellaan galchaniiru.
89 viewsAlex's Abda, 22:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ