Get Mystery Box with random crypto!

#Ani Baayyeen si jaalladha Hin fedhu si dhabuu Kan biraa jaa | Jaalala Dhugaa

#Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
Siif dhiisee si dhiisee...itti fufa
kutaa biraa Link kana jala Arkattu
http://bit.ly/3m9rFm6
http://bit.ly/3K5O1Nr