Get Mystery Box with random crypto!

“Imala yoo eegaltu, daandichi sitti mul'ataa deema.' -Jalaalud | Cooperative Bank of Oromia

“Imala yoo eegaltu, daandichi sitti mul'ataa deema."
-Jalaaluddiin Ruumii

Hojii tokko eegaluuf karoorfattanii beektuu?
Hojii sana jalqabdanii jirtu moo har'aa bor jedhaa yoona geessan?

Kan hin eegalle yoo taatan, galmi keessan otoo isinitti mul’atuu, daandiin galma sanaan isin gahu garuu guutummaatti waan isinitti hin mul'anneef shakkii keessa galtanii ta'uu mala. Daandiin milkiin nama ga'u bu'aa bayii hedduu qabaatus yeroo deemsa jalqaban ifee namatti mul'ataa deema.

Torban Gaarii!

ስኬታማ እሆንበታለሁ ያሉትን ሥራ ለመጀመር አስበው ያውቃሉ?
ሥራውን ጀምረዋል ወይስ ዛሬ ነገ እያሉ ነው?

ያልጀመሩ ከሆኑ፣ ለመጀመር ያመነቱት ምናልባትም ግብዎ እየታየዎት መንገዱ ሙሉ በሙሉ ሳይታየዎት ቀርቶ በፈጠረብዎ ጥርጣሬ ምክንያት ይሆናል። ወደ ስኬት የሚያደርሰው መንገድ ውጣ ወረድ ቢኖሮውም ጉዞ ሲጀምሩ እየተገለጠልዎ ይሄዳል።

መልካም ሳምንት!
www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #MondayMotivation #Bank #Ethiopia