Get Mystery Box with random crypto!

'Dooniin yeroo qarqara galaanaarra dhaabbatu yaaddoorraa bilis | Cooperative Bank of Oromia

"Dooniin yeroo qarqara galaanaarra dhaabbatu yaaddoorraa bilisa. Garuu kaayyoon ijaarameef qarqara galaanaa dhaabbachuuf miti."
– Albert Anastaayin

Akkuma dooniin dambalii galaanaan qoramaa imalu, barataa cimaa, barsiisaa cimaa, qonnaan bulaa cimaa, daldalaa milkaahaa ta'uun, kaayyoo ofii galmaan gahuunis bu'aa bahii keessa darbuu gaafata.

Torban Gaarii!

"አንድ መርከብ በባህር ዳርቻ ሲቆም ሁሌም ከስጋት ነፃ ነው፤ ግን የተገነባው ለዚህ አይደለም።"
– አልበርት አንስታይን

መርከብ በማዕበል እየተፈተነ እንደሚጓዘው ሁሉ ጎበዝ ተማሪ፣ ጎበዝ መምህር፣ ጠንካራ አርሶአደር፣ ስኬታማ ነጋዴ መሆንና አላማን ከግብ ማድረስም ውጣ ወረድ ውስጥ ማለፍን ይጠይቃል።

መልካም ሳምንት!
www.linktr.ee/Coopbankoromia
#Coopbank #Bank #Ethiopia