Get Mystery Box with random crypto!

Kaffaltii tajaajila bishaaniif jettanii yeroo fi humna keessan | Cooperative Bank of Oromia

Kaffaltii tajaajila bishaaniif jettanii yeroo fi humna keessan qisaasessuun hafeera!
Iddoo fi haala keessa jirtan kamirraa Appilikeeshinii Kooppeey i-birrii ykn *841# fayyadamuun “kaffaltii tajaajilaa” kan jedhu filattanii salphaatti kaffalachuu ni dandeessu.

ወርሃዊ የውሃ አገልግሎት ክፍያዎን ለመፈፀም ጊዜዎትንና ጉልበትዎን ማባከን ቀረ!
ባሉበት ቦታና ሁኔታ ሆነዉ በኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያው ወይም *841# በመደወል “የአገልግሎት ክፍያዎች” የሚለውን በመምረጥ በቀላሉ መክፈል ይችላሉ።

#Coopbank #CoopayEbirr #Waterbillpayment