Get Mystery Box with random crypto!

Teeknoloojii Faaynaansii Dijitaalaa Ammayyaa SACCO-Link Fayyad | Cooperative Bank of Oromia

Teeknoloojii Faaynaansii Dijitaalaa Ammayyaa SACCO-Link Fayyadamaa!
Waldaaleen Liqiif Qusannaa fi Yuuniyeenootni hundi odeeffannoo miseensotaa, bulchiinsa aksiyoonaa, kaffaltii qusannaa, kenniinsa liqii, adeemsa kaffaltii addaa addaa fi gabaasa keessan haala salphaan si’aawaa taasifadhaa.

ለብድርና ቁጠባ ማኅበራት እና ዩኒየኖች የቀረበውን አዲስ የዲጂታል ፋይናንሻል ቴክኖሎጂ SACCO-Link ይጠቀሙ!
ያለምንም ድካም እና እንግልት፤ የአባላት መረጃ፣ የአክሲዮን አስተዳደር፣ የቁጠባ ክፍያዎች፣ የብድር አሰጣጥ፣ የተለያዩ የክፍያ ሂደቶች እና የሪፖርት አቀራረብዎን ያሳልጡ!

https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/

#Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment