Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sadarkaa addunyaatti dhaabbata | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sadarkaa addunyaatti dhaabbata teknoloojiiwwan kaffaltii guddicha, VISA waliin waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltee walta’iinsa tarsiimo’aa taasifame kun, dhaqqababummaa faaynaansii daran kan bal’isuu fi pirojaktii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa deeggaruun, sochii akka biyyaatti tajaajila faaynaansii, ce’umsa gara teknoloojii dijitaalawaatti taasifamaa jiru kan tumsuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በዓለም አቀፍ ደረጃ በክፍያ ቴክኖሎጂዎች ቀዳሚ ከሆነው VISA ጋር ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነት ተፈራርሟል።
ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነቱ የፋይናንስ አገልግሎት ተደራሽነትን በይበልጥ የሚያሳድግና የብሄራዊ መታወቂያ ፕሮጀክትን በመደገፍ እንደ ሀገር በፋይናንስ አገልግሎት ወደ ዲጂታል ቴክኖሎጂ ሽግግር የሚደረገውን እንቅስቃሴ የሚያግዝ ነው።

#Coopbank #VISA #FintechRevolution #DigitalTransformation #Ethiopia