Get Mystery Box with random crypto!

Hangi daddabarsa maallaqaa platformii kooppeey I-birrii keenya | Cooperative Bank of Oromia

Hangi daddabarsa maallaqaa platformii kooppeey I-birrii keenya Qarshii Tiriliyoona tokko ol darbe! Milkaa’ina guddaa kana dhaqqabuuf maamiltoota kabajamoo miiliyoona 12.4 , bakka bu’oota kuma 25 ol ta’an, daldaltoota kuma 109, nu waliin hojjatan ni galateeffanna.
Tajaajila baankii dijitaalaa keenya salphaa mijataa fi amansiisaa kan ta’e kana, kana caala cimsuun akka itti fufnu gamanumaan isin beeksisuu feena.

በኮፔይ ኢ-ብር ፕላትፎርም የግብይት መጠናችን አንድ ትሪሊየን ብር አለፈ። እዚህ አስደናቂ እልፍ ስኬት ላይ ለመድረስ 12.4 ሚሊዮን ውድ ደንበኞቻችን፣ ከ25ሺ በላይ የሚሆኑ ወኪሎች፣ 109ሺ ነጋዴዎች፣ በዚህ ፕላትፎርም ከእኛ ጋር በመሥራት እና የስኬታችን አካል በመሆናቸው እናመሰግናለን።
ምቹ፣ ቀላል እና ደህንነቱ የተጠበቀው የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎታችንን የበለጠ አጠናክረን እንደምንቀጥል በዚሁ ልናሳውቃችሁ እንወዳለን።

#Coopbank #ebirr #digitalbanking #Ethiopia