Get Mystery Box with random crypto!

Dorgommii TiikTookiirratti tajaajila baankii dijitaalawaa wabi | Cooperative Bank of Oromia

Dorgommii TiikTookiirratti tajaajila baankii dijitaalawaa wabii hingaafanne Michuu 2.0, beeksisuu qopheessinee turre irratti hirmaachuun dorgomtoonni sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa bahanii mo’atan badhaasasaanii har’a fudhataniiru.
Badhaasa addaa baayy'ina daawwatamummaa argatan bu’uura godhachuun ammoo dorgomtoota sadarkaa 4 -15 jiraniif badhaasni garaa garaa dabalataan kennameera.
Dorgommii kanaan namoota miliyoona 90 ol bira gahuun kan dandaa’me yoo ta’u, BHGO dorgommii kanarratti kan hirmaatan hundaaf irra deebi'uun galateeffachaa dorgommiiwwan walfakkaatan biroos dhiheenyatti akka isiniif qopheessinu gamanumaan isin beeksina.

ምቹ 2.0 ያለማስያዣ የሚሰጥ ዲጂታል የብድር አገልግሎትን ለማስተዋወቅ ባካሄድነው ውድድር ላይ ተሳትፈው ከ1ኛ እስከ 3ኛ የወጡ አሸናፊዎች ዛሬ ሽልማታቸውን ተቀብለዋል።
በተጨማሪ በርካታ ተመልካቾችን በማግኘት ከ4ኛ- 15ኛ ደረጃ ላገኙ ልዩ ሽልማቶች ተሰጥተዋል።
በውድድሩ ከ90 ሚሊዮን ተከታታዮች በላይ ጋር መድረስ የተቻለ ሲሆን፤ ባንካችን በውድድሩ ላይ የተሳተፉትን ሁሉ በድጋሚ እያመሰገነ በቅረቡ ተመሳሳይ ውድድሮችን እንደምናዘጋጅ ስናሳውቅ በደስታ ነው፡፡

#MichuLoan #Coopbank #Coopbankcontest