Get Mystery Box with random crypto!

Dogoggorsitootarraa of Eegaa! Lakkoofsa iccitii ykn jecha darb | Cooperative Bank of Oromia

Dogoggorsitootarraa of Eegaa!
Lakkoofsa iccitii ykn jecha darbii Koopeey I –birrii fi odeeffannoo keessan kanaan wal fakkaatan kamuu namaaf hin kenninaa! Ergaawwan barreeffamaa lakk. iccitii keessan gaafataniif deebii kennuu irraas of qusachuun dogoggorsitoota irraa of eegaa.
Hubadhaa! Baankiin keenya karaa barreeffamaa ykn ergaa miidiyaa hawaasaatiin ykn bilbilaan lakk. icciitii ykn jecha darbii keessan GONKUMAA hin gaafatu.

ከአጭበርባሪዎች ይጠንቀቁ!
የኮፔይ ኢ-ብር የምስጢር ቁጥርዎን እና ማንኛውንም አይነት የግል የይለፍ ቃል ወይም መሰል መረጃዎችን ለማንም አይስጡ። የይለፍ ቃል እንዲያስገቡ ለሚጠይቁ የጹሁፍ መልዕከቶች ወይም የስልክ ጥሪዎች ምላሽ ከመስጠት በመቆጠብ እራስዎን ከአጭበርባሪዎች ይጠብቁ፡፡
ባንካችን በጽሁፍ መልዕክቶች ወይም በማህበራዊ ሚዲያ የምስጢር ቁጥርዎን ወይም የይለፍ ቃልዎን በጭራሽ እንደማይጠይቅዎት በድጋሚ ልናስታውስዎ እንወዳለን።

#Coopbank #StaySafe #AvoidFraud