Get Mystery Box with random crypto!

Dargaggeessaa! Hammam geessa?“… deega qeerrummaan dhufte abbaa | Cooperative Bank of Oromia

Dargaggeessaa! Hammam geessa?“… deega qeerrummaan dhufte abbaatu tattaafata mitii? Isin humna dargaggummaan mul’ata keessan dhugoomsuuf carraaqaa, nuti humna diinagdee keessan kan utubu Herreega Qusannoo Dargaggoon,dhala fooyya’aan isin cinaa jirra!

“ወጣት የነብር ጣት’’
እናንተ በወጣትነት አቅማችሁ ራዕያችሁን ዕውን ለማድረግ ትጉ! እኛ ደግሞ የተሻለ ወለድ በሚያስገኘው የወጣቶች የቁጠባ ሂሳባችን ከጎናችሁ ነን፡፡

Dream big! And, striving to bring your vision to life, we’re here to support you every step of the way with Youth Savings Accounts offering better interest rates to strengthen your financial journey!
#Coopbank #YouthEmpowerment #FinancialBoost #DreamBig