Get Mystery Box with random crypto!

Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Gadi Lakkifame. D | MOE (Ministry of Education) OROMIA

Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Gadi Lakkifame.

Dorgomtoonni har’a Guraandhala 18, 2015 irraa eegalee, sa’aatii 5:30 p.m.

• Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti ykn
• Lakkoofsa Galmee isaanii qofa 6284 irratti ergaa erguudhaan ykn
• Telegiraamii irratti https://t.me/eaesbot
Arguu akka danda'an ibsameera.

Yaadannoo:

• Qorattoonni komii qabaatan kamiyyuu qaamaan dhufuun osoo hin barbaachisin hanga Guraandhala 26/2015tti Marsariitii Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa https://eaes.edu.et/ irratti button Compliant jedhu dhiibuun dhiyeessuu akka danda’u himama .

• Barattoonni teessoo Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa qofa akka fayyadaman namoota #odeeffannoo_walfakkaataa fi #jalla'aa babal'isuuf yaalan irraa of eeguuf ergaan dabarfamee jira.

Maddi: Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa

Ministeera Barnootaa
https://t.me/addisababaeducationbur