Get Mystery Box with random crypto!

Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan | ABDII SABAA ( BARNOOTA )

Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan baratu, barataa Soraa Jirma, sirna gaggeessaa Jaal Battee Urgeessaa irratti hirmaachuuf magalaa Finfinnee irraa gara magaalaa Maqiitti eega imaleen booda achi buuteen isaa dhabamuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.

Akka maddeen keenya nuuf gabaasetti barataan kun eega dhabameen booda, namoonni dhuunfaa garagaraa tarkaanfii irratti fudhanne jechuun fuula fb eenyummaan isaa hin beekamneen dhaaddataa turuun isaanii gaabaasaan keenya kun nuuf ifoomseera.

Qaamni dhimma ilaallatu barataa kana atattamaan akka gadhiistan kabaajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb