Get Mystery Box with random crypto!

Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Naannoo Amaaraatti barataa ji | ABDII SABAA ( BARNOOTA )

Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Naannoo Amaaraatti barataa jiran irratti cunqursaan gaggeeffamaa jiru sadarkaa yaaddessaarra ga'e.

Mucaan suuraa kana irratti mul'atu barataa Yuunivarsitii Walloo yemmuu ta'u, mucaa kana dhimma desippiliiniitiif barnaadamta jechuun polisoonni biirootti waamanii booda mucaan afaan Amaaraa sirnaan dubbachuu waan hin dandeenyeef haala kanaan reebicha irratti raawwataniiru.

Qaamni dhimma ilaallatu barattoota kanaaf furmaata atattamaa akka kennitan kabajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

MIIDIYAA @ABDII_SABAA

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@ABDIISABAA

abdiisabaa.com
abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!

https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF