Get Mystery Box with random crypto!

Aselamualeykum Obbolewwanii fi obboleettiwwan kiyya hundumaafu | channel 0

Aselamualeykum Obbolewwanii fi obboleettiwwan kiyya hundumaafuu Baga gammaddan; xaarii fi dadhabbii guddaa booda baga rabbiin kanaan isin gahe jedhaatiin yeroo keessan Kan fuulduraa rabbiin kan milkaa'inaa, jijjiiramaa, hojii, fayyaa, bultii, guddinaa, diiniifii duniyaan rabbiin kan caalu akka isiniif godhu hawwa.
Irra deebiidhaan baga gammaddan, gammachuu kumaatama isiniif haa ta'u


Congratulation

wishing you a bright future.



Congratulation ألف مبروك
GC (2022)

AAUMSJ